Tajaajiloota Keenya

Comprehensive housing solutions and support services for the people of Oromia

Daamee Misooma Magaalaa

Rifoormii Magaalaa, Hirmaannaa Uummataa fi Bulchiinsaa Al-Walta'insaa

I.Rifoormii Magaalaa

  • Rifoormii Magaalootaa fi Bulchiinsaa gaarii hojirraa olmaa isaa kallatti ka'uu
  • Kennaa tajaajilaa magaaloota teekinoolojiin Ammaayyeessuu
  • Komiiwwan sadarkaa Magaalaa furmaataa gochuu
  • Dandeetti raawwachiisummaa cimsuun leenjii rifoormii magaalaa kennuu

II.Hirmaannaa Uummataa fi Bulchiinsaa Al-Walta'insaa

  • Hojiiwwan Hirmaannaa uummataa hordoffuu
  • Hojii kenniisaa tajaajilaa lammummaa Mana hojii fi Magaaloota hogganuu
  • Hojiiwwan Bulchiinsaa Al–waltaa'insaa cimsuu danda'ani seerootaa, qajeelfamootaa fi hojimaataa Misoomaa magaalaa hojirraa olchuu
  • Muuxannoo gaggaarii babal'isuu
Qulqullinaa fi Magariisummaa Magaalaa

I.Sirna Qindaa'aa Qabiinsa Balfa Goggogaa Hojii Irra Oolchuu

  • Balfa goggogaa sassaabuun maqsuu
  • Balfa goggogaa deebisanii fayyadamuu
  • Iddoo gatiinsa balfaa ijaaraman akka tajaajila kennan taasisuu
  • Mandoora modeela ta'an baasuu

II.Sirna Fooyya'insa Magariisuu Magaalaa Hojii irra oolchuu

  • Ragaa abbaa qabiyyummaa iddoo magariisummaa qopheessuu
  • Iddoo magariisummaa magaalaa misoomsuu
  • Buufata Biqiltuu Qopheessuu
WABII NYAATA MAGAALAA FI FOOYYA'INSA JIREENYAA

Hirmaannaa Ummataa fi Qabeenya Barbaaduu

  • Haala waliigala hojii pirojektichaa irratti ummata magaalaa, qooda fudhattootaa fi fayyadamtootaf hubannoo kennuu
  • Seeftineetii Misoomawaa magaalaa fi hojii
  • Miidhaa ykn dhiibbaan fayyadamtoota irra akka hin geenye mirgaa fi dirqama isaanii hubachiisuu

Wabii Nyaataa fi Fooyya'insa Jireenyaa

  • Fayyadamtoota Calalaman keessaa hojii misooma naannoo hojjechuu kan danda'an, humna hojii irratti bobb'an ragaa isaanii adda baasuu
  • personal protective Equipment 'PPE' akka guutamuuf taasisuu, Hojii irratti bobba'anii maal, akkamitti fi yoom hojjechuu akka danda'an hubannoo qabsiisuu
  • Fayyadamtootni misooma naannoof fo'ataman qajeelfama taa'een hojii raawwachuu
  • Fayyadamtoota misooma naannoo hubannoo fi leenjii adda adda kennuun
Magaalomsuu fi Walitti-Hidhamiinsaa Magaalotaa
  • Qorannoo Giddu Gala Guddina Baadiyyaa gaggeessuu.
  • Qorannoo sadarkaa guddina magaalotaa gaggeessuu.
  • Ragaa bu'uuraa magaalotaa dokimantii tokkoon qindeessuu.
  • Tarsiimoo magaalomsuu haaraa irratti hubannoo hawaasa guddisuu.
  • Walitti-Hidhamiinsaa magaalaa fi dhaabbilee biroo waliin gaggeessuu.
  • Moodeel dambii waldaa magaalotaa qopheessu.
  • Hoji-maata walitti-Hidhamiinsaa Magaalotaa qopheessuu.
  • Gandoota baadiyyaa pilaaniidhaan gara magaalaatti daangeeffaman wal-harka fudhiinsa gochuu.
Misoomaa Bulchiinsaaf Dabarsaa Manneenii
  • Misoomaa Manneenii sagantalee sagaliin akka hojirra olamuu taasiisuu
  • Manneen mootummaa Magaalotaa 23 fi Godinalee 21 keessa jiran bu'uuraa Labsii Dambii fi qajeelfamaa jirun irratti hunda'ee akka bulaan gochuu.
  • Manneen Sagantalee Salgaaniin misoomaan hojimataa eeggee fayyaadamttootaaf akka darbuu taasissuu
  • Karoorsuu,Gabaasuu, Madaaluu,Sadarkeessuu fi Duub deebii kennu
  • Leenjii hojmaataa Manneenii irratti kennuu daandeetii raawwaachisummaa cimsuu
Istaandardaayizeeshinii Ogummafi Tajaajiloota

1. Istaandaardiin ogummaalee akka qophaa'an taasisuu fi hojiirra akka oolan gochuu

  • Bulchiinsa Sirna Gabaa
  • Misooma fi Bulchiinsa Manaa
  • Bulchiinsa Qeeraa
  • Ittisa Balaa Tasaa fi Ibiddaa
  • Magariisuu Magaalaa
  • Balfa Jajjabaa Walitti Qabuu fi Dhabamsiisuu
  • Tamsaasa Bishaanii

2. Istaandaardiin tajaajiloota mana qopheessaa akka qophaa'an gochuu fi hojiirra akka oolan taasisuu

  • Tajaajila Hayyama Ijaarsaa Kennuu
  • Tajaajila Misoomaa fi Manaajimantii Lafaa
  • Tajaajila Ittisa Balaa Tasaa fi Ibiddaa
  • Tajaajila Sirna Awwaalchaa
  • Tajaajila Mana Fincaanii fi Dhagna Dhiqannaa Waliinii fi Hawaasaa
Hordoffi, Gamagaamaa fi To'aannoo Raawwii Pilaanii Magaalotaa
  • Pilaanii Magaala Irratti Leenjii Hubannoo Cimsu Keennu
  • Odiitii Raawwii Pilaanii Magaalaa Gaggeessuu
  • Pilaaniin Sadarkaa Magaalaatiin Akka Qophaa'uuf Deggeersa Fi Hordoffi Gochuu
  • Piroojeektoota Magaalaa Keessatti Hojjatamu pilaanii magaala waliin Wal-Simuu
  • Iddoo Magariisuu Magaalaa Pilaanii Magaalaa Irraa Jiru Adda Baasuun, Qaama Ilaaluuf kennuu
  • Ijaarsa Seeraan Ala qaama dhimmi ilaalu waliin tarkaanfii seera fudhachuu
  • Argannoo Oditii Pilaanii Magaalaa Irratti Hunda'uun Tarkaanfii Sirreeffamaa Fudhaachuu
  • Komii raawwii pilaanii magaalaa Dhiyaatan Furmataa Warawwaa Kennuu
  • Hojirra Oolmaa Pilaanii Magaalaa Irratti Qorannoo Gaggeessuu
  • Pilaanii magaalaa irratti Muuxannoo Gaarii Qindeessuun Babal'isuu
  • Magaalotaa Hojiirra Oolma Pilaaniidhaan Raawwii Gaarii Qaban Sadarkeessuun Modelaa baasuu
Qophii Diizaaynii fi Bulchiinsa Kontiraataa
  • Diizaaynii piroojeektoota mootummaa Saddarkaa adda addaa (A,B.C) qopheessuu
  • Qophii dizaaynii piro. mootummaa iddoo walsiimsiisuu
  • Ijaarsa projeektoota mootummaa sektara adda addaatiin qopheessuu
  • Ijaarsaa piroojeektii seeroota ijaarsaa bahaniin akka raawwataman taasisuu
  • Kafaltii hojii ijaaarsaa projeektiif qophaa'ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa'u taasisuu
  • Walharkaa fuudhiinsa raawwachuu
  • Waldhabiinsa adeemsa hojii abbaa projeektii fi kontiraaktara gidduutti uumamu furmaataa kennamu
  • Deeggarsa ogummaa sektara adda addaa tiif kennuu
Bu'uura Misoomaa fi Fooya'iinsa Galii Mana Qopheessaa
  • Qorannoo rakkoowwan dhiyeessa bu'uura misoomaa magaalotaa gaggeessuu
  • Dizaayinii pirojektootaa bu'uura misoomaa akka qophaa'u gochuu
  • Karoora CIP,REP,AMP magaalotaa xiinxaluun mirkaneessuu
  • Hanqinaalee ogummaa dhiyeessa bu'uura misoomaa tiin walqabatu furuuf leenjii kennu
  • Bu'uuraaleen misoomaa karaa seera qabeessa ta'een akka bulan hojimaata qopheessuu
  • Guddina galii magaalotaa irratti qorannoo waggaa lama lamaan gaggeessuu
  • Galiin mana qopheessaa gulantaa labsiin kenname irraa sirriitti sassaabamaa jiraachuu hordofuu

Damee Deggarsa

Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa

Bulchiinsa qabeenya humna namaa Biiroo hanga mana qopheessatti ga'uumsaa fi qulqullina qabu gochuu.

  • Hojii Karoorsuu, Hogganuu, Qindeessuu, Raawwii Isaa Hordofuu fi Gamaggamuu.
  • Qorannoowwaan Akka Qoratamaan fi Qajeelfamonni Akkaa Fooyya'an Gochuu ykn taasisu.
  • Akkaataa Danbii fi Qajeelfamaatiin Hojiiwwan Ramaddii Bulchiinsa Humna Namaa Akka Hojjatamu Gochuu
  • Email: director.oudhb@gmail.com
Teeknooloojii Qunaamtii fi Odeeffaannoo

Bu'uuraalee teeknooloojii fi jalqabbii jijjiirama dijitaalaa bulchuu.

  • Bulchiinsa Neetwork
  • Misooma Sooftiweerii
  • Nageenya Daataa
  • Kalaqa Dijitaalaa
Teeknikaa fi Miidhagina Mooraa Waajjira Pirezidantii

Qulqullinaa fi Magariisummaa mooraa waajjiira Pireezdaantii hojjachuu

  • Sistsmoonni ibsaa, liiftii, bishaanii fi saaniterii tajaajila gahaa fi walirraa hin cinne kennuu.
  • Suphaa fi horomsi bakka barbaachisutti adda baasuudhaan baajata qabsiisuu, raawwachisuu tajaajilaaf oolchuu.
  • Mooraan waajjira pireezidaantii qulqulluu, magariisaa, midhaagaa fi kan nama hunda hawwatu akka ta'uu gochuu dha
  • Hojii elektriikaa fi sanitarii
Suphaa fi Oppireeshinii Siistamootaa

Garee siistama Saanitarii

  • Suphaa sarara bishaanii
  • Haaromsa sarara bishaanii
  • Too'annaa meeshaalee mana fincaanii.
  • To'annaa meeshaalee harka dhiqannaa fi kkf

Garee Elekitrikaa fi Elektirooniksii

  • Sarara elektirikaa diriirsuu fi suphuu.
  • Ibsaa fi sookeetii suphuu fi haaraa galchuu.
  • Paampiiwwan suphuu fi too'achuu.
  • Jenereetara suphuu fi too'achuu
  • Mashinoota shaayii, eelee biddeenaa fi kkf suphuu fi too"achuu
  • Tajaajila Liiftiwwanii to'achuu.
Bulchiinsa Galmaa,Galii Fi Babal'ina Madda Galii
  • Tajaajila Kaafteriyaa ni kennaa
  • Tajaajila Nyaataa fi Dhugaatii qulqullina Olaanaa qabu Hojjettoota Mootummaa tiif ni dhiyeessaa
  • Tajaajila Kiraa Galmaa kennuu
  • Kiraa Mana Jireenyaa Hoggansaa irraa Galii sassabuu
  • Madda Galii keessoo ni babal'isaa
  • Galmoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneeni Oromiyaa jalatti argaman ni bulcha.
Daayirektirootii Bittaa, Bulchiinsa Qabeenyaa fi Faayinaansii
  • Fedhiin Bittaa Daayireektaronni akka dhiyeessan taasisuu
  • Qorannoo gabaa kurmaana kurmaanaan geggeessuu
  • Sanada Caalbaasii gurguruufi walitti qabuu
  • Waliigaltee raawwachuufi hordofuu
  • Meeshalee bitamanii dhiyaatan nagahee/Moodela 19/ galii gochuu
  • Inventarii ykn meeshaalee akka lakkaa'uu taasisuu,
  • Itti fayyadama baajeta wagga qopheessuufi hojii irra oolchuu
  • Peeroolii miindaa hojjeetoota mana hojii qopheessuu
Idilleessa Koorniyaafi Hordoffii Fayyadamummaa Dubartoota
  • Dubartootaaf leenjii ijaarsa daandeettii kennuu fi sadarkaati magaalaa fi godinaaleeti kennamaa jirachuu hordoffii taasisuu
  • Carraa hojii fayyadamummaa dubartootaa ,fi dargaggootaa qulqullinaa,magaarsuufi pirojeektii keessaa uumamee hordoffuu
  • Hojjetoota dubartoota gara gaggessummatti akka baay'inaan akka dhuufaniif hordoffii taasisuu
  • Tatteewwaan adda addaa sadarkaa sadarkaan jiruu hordoffaa deemuu
Qophii Karooraa, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggamaa Raawwii
  • Karoora fiizikaalaa baajataan walsimee qopheessuu
  • Hojiiiraa olmaa baajataa hordoffuufi to'aachuu
  • Gabaasa raawwii hojii ji'a, kurmaana fi waggaan qopheessuu
  • Cheklistii hojiin ittin hordoffamuu fi gamaggamamuu yeroo yeroon qopheessuu
  • Gamaggama raawwii hojii kurmaana kurmaanan godinaa fi magaalaa waliin gaggeessuu
  • Barruu Istaatiksii/Abstract wagga oddeeffannoo guutuu qabuu qopheessuu
  • Deggarsa Oogummaa dhimmaa karoora, baajataa, fi hordoffi fi gamaggamaa raawwii irraatti kennuu
Kominikeeshinii Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa
  • Waajjiraalee Damee fi waamamaa irraa odeeffannoo sassaabaman gurmeessuu
  • Ibsa Gaazexaa/Press Release/, gaaffii fi deebii ni qopheessa
  • Dhimmoota haala hojimaataa Biiricha irratti komii kaasaniif deebii kennuu
  • Barreeffamu hojii Biiricha beeksisu qopheessu
  • Biiricha ilaalchise odeeffannoo miidiyaalee adda addaa irratti tamsa'an dhiibbaa hawaasa irratti uumaan qorachuun raga gaarii fi miidhaa addaan baasuun ni gurmeessa
  • Haala dhaabbatichaa wajjin hubachiisuun keewwataa fi oduu haala yeroo qopheessuun tamsaasaa fi maxxansaaf sanada ni qopheessa.

Seera fi Odiitii

Dhimmoota Tajaajila Seeraa
  • Qophii wixinee Seerota, mana hojichaa qopheessuu
  • Seerotni magaalota naannichaa ilaallatu hojiirra ooluu isaanii mirkaneessuu
  • Seerota qaawwa qaban qorannoon fooyyessuu;
  • Qophii wixiinee Waliigaltee qopheessuu;
  • Himannaafi Deebiii biiricha bakka bu'uun mana murtiif dhiyeessuu
  • Qabeenyi biirichaa akka hin qisaasofne hordofu;
  • Kabajni Mirga namoomaa akka jiraatu taasisuu
Hordofiifi Deegarsa Odiitii Keessa
  • Odiitii Faayinaansii; odiitii galii keessa, bajataa idilee mootummaa , bajataa fandii seeftneet (UPSNP) gageessu dha.
  • Odiitiin Qabeenyaa gageessu.
  • Xinxalaa faayinaansii fi qabeenyaa
  • Hordofiifi deegarsa:- Mallaqaa qisaasamee, tarkaafii sireefamaa argannoo odiitii keessa fi alaa, projeektiilee bulleeyyii fi haara, Godinaalee fi bu'uuralee misooma hordofufii deegarsa kennu dha.

Inisheetiivii

Inisheetiivii Kilaastera Magaalaa
  • Istaandardii , maanuwaalii fi dizaayinii kilaasteroota qoheessuu
  • Bakka galteewwan irraa argaman adda baasuu
  • Bu'urri misoomaa guutuu isaa hordofuu
  • Rakkoo gabaa hiikuuf Walitti hidhinsi gabaa akka uumamu haala mijeessuu
  • Qorannoowwan gaggabaaboo dhimma qonna magaalaa fi kilaasterootaa irratti gaggeessuu
  • Rakkoolee misooma kilaasteraa keessatti muudatan adda baasuun kallatti furmaataa kaa'uu
  • Ragaa waliigalaa kilaasterootaa bara baraan koodiin kennamee akka dindaa'u deeggaruu
  • Bu'aawwaan inisheetiiviitiin dhufan galmoota magaalaa waliin walsimuu isaa jijjiirama madaaluu

Need Help Choosing a Service?

Our housing experts are ready to guide you through the process and help you find the right solution for your needs.

Contact Us Today